عربيEnglish

موسوعة القرآن الكريم

نحو توفير تفاسير وتراجم موثوقة لمعاني القرآن الكريم بلغات العالم

سورة الفيل - Oromo Translation - Rowwad Translation Center

سورة الفيل عدد آياتها 5 مكان النزول مكة وترتيبها في المصحف 105

Sila Gooftan kee Abbootii Arbaa irratti akkam akka dalage hin arginee? [1]

Sila shira isaanii (kan ka'ibaa diiguu) dhabama hin goonee? (godheera).

Simbira (isaan haleeltu) garee gareedhaan isaanitti erge.

Dhagaalee xuubii (suphee, faara gubamte) irraa taateen isaan darbatti.

Akka alalaa (okaya) nyaatamee isaan taasise. [2]