عربيEnglish

موسوعة القرآن الكريم

نحو توفير تفاسير وتراجم موثوقة لمعاني القرآن الكريم بلغات العالم

سورة الماعون - Oromo Translation - Rowwad Translation Center

سورة الماعون عدد آياتها 7 مكان النزول مكة وترتيبها في المصحف 107

Isa qormaata (galata guyyaa qiyaamaa) sobsiisu argitee? [1]

Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (lubbuu isaatiifii namoota) hin kakaasu. [3]

Warra (xiqqeessaa) salaataniif badiin mirkanaa’e.

Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatoo tahan (kan dantaa hinqabne).

Isaan warra (salaataafii dalagaa namatti) agarsiifatan.[4]

Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e).